Bohaartii Kuush

Bohaartii Kuush Odeeffannoo wayitaawaa ispoortii kanneen akka kubbaa miilaa,fiigicha fi kannnen kana fakkaatan yeroo

Cristiano Ronaldo,Kylian Mbappe,Erling Haaland,Harry Kane,Dembele,Rodri, Lamine Yamal maaltu walfakkeessa❓Taphattootni u...
22/07/2026

Cristiano Ronaldo,Kylian Mbappe,Erling Haaland,Harry Kane,Dembele,Rodri, Lamine Yamal maaltu walfakkeessa❓Taphattootni urjii isaan fakkaatan biroon hoo eenyu fa'i❓

✍️Kiristaanoo Roonaaldoo,Kylian Mbappe,Erling Haaland,Harry Kane,Muusaa Dambalee,Rodri fi Lamine Yamal amaloota armaan gadiin wal fakkaatu❗️

✔️Qaama isaanii kamuu irratti tumaa(Tattoos) hin qaban,baay'ee jibbu,barbaachisumaa isaattis hin amanan.

✔️Urjiilee addunyaa dhugaatii alkoolii jibban ta'uun wal fakkaatu.

✔️Amaloota fafee kam irraayyuu fagaatanii jiraatu.

Taphattootni hedduun amaloota isaanii hordofan ykn qaban hedduutu jiru.Mee taphattoota amaloota kanaan isaan fakkaatan hanga beektan barreessaa❗️

👉t.me/T_ispoortii

Dorgommiin kophee warqee waancaa Addunyaa 2026 itti fufee jira.Liyooneel Meesii goolii⚽️8Kylian Mabbe   goolii⚽️8Erling ...
10/07/2026

Dorgommiin kophee warqee waancaa Addunyaa 2026 itti fufee jira.

Liyooneel Meesii goolii⚽️8
Kylian Mabbe goolii⚽️8
Erling Haaland goolii⚽️7
Harry Kane goolii⚽️7

Eenyutu badhaafama kophee warqee kana❓

👉t.me/kushelectronicsshop

Kush Electronics Shop 💻Best Laptops with fair Price. ⬛️🗣Call  or Text 📞 ☎️0911509907 1️⃣💻hp elitebook 840 G3 🔘core i5 🔘6...
10/07/2026

Kush Electronics Shop

💻Best Laptops with fair Price.
⬛️🗣Call or Text 📞 ☎️0911509907

1️⃣
💻hp elitebook 840 G3
🔘core i5
🔘6th generation
🔘256ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰40,000

2️⃣
💻hp elitebook 840 G3
🔘core i5
🔘6th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰44,000

3️⃣
💻 Lenovo x1 carbon
🔘core i5
🔘6th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘 14 inch
💰44,000 birr

4️⃣
💻Lenovo x1 carbon
🔘core i5
🔘7th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰47,000 birr

5️⃣
💻hp notebook 15
🔘core I5
🔘8th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘15.6 inch
💰48,000 birr

6️⃣
💻 dell latitude
🔘core i5
🔘8th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰49,000 birr

7️⃣
💻 Lenovo tink pad T490
🔘core i5
🔘8th generation
🔘touch screen
🔘256ssd
🔘16gb ram
💰49,000 birr

8️⃣
💻 dell latitude
🔘core i5
🔘7th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰49,000 birr

9️⃣
💻 hp 840 G5
🔘core i5
🔘8th generation
🔘256ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰50,000 birr

1️⃣0️⃣
💻hp notebook 14
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰51,000

1️⃣1️⃣
💻 dell latitude
🔘core i5
🔘8th generation
🔘512ssd
🔘16 gb ram
🔘14 inch
💰52,000 birr

1️⃣2️⃣
💻 dell latitude
🔘core i7
🔘7th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘14 inch
💰53,000 birr

1️⃣3️⃣
💻 Lenovo tink pad T490
🔘core i5
🔘8th generation
🔘touch screen
🔘512ssd
🔘16gb ram
💰54,000 birr

1️⃣4️⃣
💻 hp 840 G5
🔘core i5
🔘8th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰55,000 birr

1️⃣5️⃣
💻 Dell Inspiron
🔘core i5
🔘8th generation
🔘x360 touch screen
🔘512ssd
🔘8gb ram
💰55,000 birr

1️⃣6️⃣
💻 hp 840 G5
🔘core i5
🔘8th generation
🔘512ssd
🔘16 gb ram
🔘14 inch
💰59,000

1️⃣7️⃣
💻 hp elitebook 835 G7
🔘Ryzen 5
🔘4 series
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘13.5 inch
💰59,000 birr

1️⃣8️⃣
💻 hp elitebook 840 G5
🔘core i7
🔘8th generation
🔘512 ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰59,000 birr

1️⃣9️⃣
💻 hp elitebook 830 G7
🔘core i5
🔘10th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘13.5 inch
💰60,000 birr

2️⃣0️⃣
💻 hp probook 430 G7
🔘core i5
🔘10th
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘13.5 inch
💰61,000 birr

2️⃣1️⃣
💻 hp probook 630 G8
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘13.5 inch
💰62,000 birr

2️⃣2️⃣
💻 hp elitebook 835 G7
🔘Ryzen 5
🔘4 series
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘13.5 inch
💰63,000 birr

2️⃣3️⃣
💻 hp probook 640 G8
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰63,000 birrr

2️⃣4️⃣
💻 hp elitebook 840 G7
🔘core i5
🔘10th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰63,000 birr

2️⃣5️⃣
💻 dell latitude 7420
🔘core i5
🔘11th generation
🔘256ssd
🔘16gb ram
🔘touch screen
💰64,000 birr

2️⃣6️⃣
💻 hp elitebook 840 G5
🔘core i7
🔘8th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘14 inch
💰64,000

2️⃣7️⃣
💻 hp elitebook 830 G8
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘13.5 inch
💰64,000 birr

2️⃣8️⃣
💻Lenovo tink pad T14
🔘core i5
🔘11th generation
🔘256ssd
🔘16gb ram
🔘14 inch
💰64,500

2️⃣9️⃣
💻 hp elitebook 830 G7
🔘core i5
🔘10th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘13.5 inch
💰65,000 birr

3️⃣0️⃣
💻 hp probook 630 G8
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘13.5 inch
💰66,000 birr

3️⃣1️⃣
💻 hp elitebook 840 G7
🔘core i5
🔘10th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘14 inch
💰67,000 birr

3️⃣2️⃣
💻 hp probook 640 G8
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘14 inch
💰67,000 birrr

3️⃣3️⃣
💻 dell latitude 7420
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘touch screen
💰68,000 birr

3️⃣4️⃣
💻Lenovo tink pad T14
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘14 inch
💰68,500

3️⃣5️⃣
💻 hp elitebook 830 G8
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘13.5 inch
💰68,000 birr

3️⃣6️⃣
💻 hp elitebook 830 G8
🔘core i5
🔘11th generation
🔘touch screen
🔘512ssd
🔘16 gb ram
💰70,000 birr

3️⃣7️⃣
💻Z book firefly
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰71,000 birr

3️⃣8️⃣
💻 hp elitebook 840 G8
🔘core i5
🔘11th generation
🔘touch screen
🔘512ssd
🔘8gb ram
💰71,000 birr

3️⃣9️⃣
💻hp probook 435 G8

🔘Ryzen 5
🔘5600u series
🔘512ssd
🔘8gb ram
🔘x360° touch screen
💰74,000

4️⃣0️⃣
💻Microsoft surface laptop 3
🔘core i7
🔘10th generation
🔘touch
🔘256ssd
🔘8gb ram
💰75,000 birr

4️⃣1️⃣
💻hp elitebook 830 G8
🔘core i7
🔘11th generation
🔘touch screen
🔘512ssd
🔘8gb ram
💰75,000

4️⃣2️⃣
💻Z book firefly
🔘core i5
🔘11th generation
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘14 inch
💰75,000 birr

4️⃣3️⃣
💻 hp elitebook 840 G8
🔘core i5
🔘11th generation
🔘touch screen
🔘512ssd
🔘16gb ram
💰75,000 birr

4️⃣4️⃣
💻hp probook 435 G8
🔘Ryzen 5
🔘5600u series
🔘512ssd
🔘16gb ram
🔘x360° touch screen
💰79,000

4️⃣5️⃣
💻hp elitebook 830 G8
🔘core i7
🔘11th generation
🔘touch screen
🔘512ssd
🔘16gb ram
💰80,000

4️⃣6️⃣
💻hp elitebook 830 G9
🔘core i5
🔘12th generation
🔘512ssd
🔘touch screen
🔘8gb ram
🔘14 inch
💰85,000 birr

4️⃣7️⃣
💻Microsoft surface laptop 3
🔘core i7
🔘11th generation
🔘touch screens
🔘512ssd
🔘16gb ram
💰88,000 birr

4️⃣8️⃣
💻hp elitebook 830 G9
🔘core i5
🔘12th generation
🔘512ssd
🔘touch screen
🔘16gb ram
🔘14 inch
💰89,000 birr

Call 📞
☎️0911509907

Taphataan kubbaa miilaa lammii Arjentiinaa Lukaas Tireejoo kirkira lafaa torbee darbe Venezuweelaa mudateen haadha warra...
29/06/2026

Taphataan kubbaa miilaa lammii Arjentiinaa Lukaas Tireejoo kirkira lafaa torbee darbe Venezuweelaa mudateen haadha warraa isaa fi ijoollee isaa lama dhabe.Lucas Trejo lammii Arjeentiinaa yoo ta'u kilabii Venezuulaa Maaritiimoo keessaa ture kan taphatu.

Balaa kirkira lafaa hamaa Venezuulaa mudateen hanga ammaatti Lakkoofsi namoota du’anii 1,450 kan caale yoo ta’u namoonni kuma shantama(50,000) ammoo achi buuteen isaanii dhabameera.

Waaqayyo balaa akkanaa biyya keenya irraa haa qabu jechaa warra boqotaniif jannata maatii isaanii hafaniif immoo jajjabina haa kennu.

👉t.me/T_ispoortii

Lamaan isaanii walitti  𝗔+ 𝟵𝟱 fiduun eebbifaman❗️✔️Barattuu Ruut Abaatee Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teekinoloojii Adaama...
27/06/2026

Lamaan isaanii walitti 𝗔+ 𝟵𝟱 fiduun eebbifaman❗️

✔️Barattuu Ruut Abaatee Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teekinoloojii Adaamaarraa barnoota 'Electrical Power and Control Engineering'n akaakuu barnootaa 60 keessaa '𝗔+𝟰𝟳' fi A 13 galmeessuun qabxii 𝟰.𝟬𝟬 fiddee torban darbe Meedaaliyaa Warqeefi Waancaa badhaafamuun eebbifamte.

✔️Guyyaa Har’a immoo,barataa Bariisaa Shulee muummee barnootaa Electrical & Computer Engineering tiin 𝗔+ 𝟰𝟴 fiduun Yuunivarsiitii Dambi Doolloo irraa Meedaliyaa Warqiifi Waancaa argachuun eebbifameera.

✔️Barataa Bariisaa Shulee gosa barnootaa qorame keessaa 𝗔+𝟰𝟴, A 12 fi 3 immoo A- fiduun qabxii waligalaa 𝟯.𝟵𝟴 '𝗻 eebbifame.

Eebbifamtootni bara kanaa marti baga gammaddan👏

👉t.me/kushelectronicsshop

HP Elitebook 830 G9✅Intel Core i5✅12th generation❇️   High Quality processor  Intel Core i5 -10th generation (10 Cores &...
10/06/2026

HP Elitebook 830 G9
✅Intel Core i5
✅12th generation
❇️ High Quality processor Intel Core i5 -10th generation (10 Cores & 12 Logical Processors) with Intel Turbo Boost technology
⚡️ 512 SSD(faster than Hard disk)
⚡️ 16GB DDR4 RAM
⏹️14 inch

Price : 89,999 birr

📍Bole

☎️0911509907

Kush Electronics Shop

Atileet Yoomiif Qajeelchaa Maraatoonii Landan turtii sa'aatii 2:00 gadiin xumuruun Atileetii sa'aatii kanaan xumure isa ...
26/04/2026

Atileet Yoomiif Qajeelchaa Maraatoonii Landan turtii sa'aatii 2:00 gadiin xumuruun Atileetii sa'aatii kanaan xumure isa 2ffaa ta'ee jira.Yoomiif dorgommicha sa'aatii 1:59:41 tiin xumureera.

👉t.me/T_ispoortii

Atileet Faantaayee Adaanee injifatte Dorgommii Atileetiksii ‘Addis Ababa Grand Prix’ fiigicha meetira 10,000  dubartoota...
18/04/2026

Atileet Faantaayee Adaanee injifatte

Dorgommii Atileetiksii ‘Addis Ababa Grand Prix’ fiigicha meetira 10,000 dubartootaan Atileet Faantaayee Adaanee injifattee jirti.

👉t.me/T_ispoortii

Walaloo ajaa'ibaa deeggaraan Manchester City,Kumarraa Jiidhaa nuuf erge❗️Manchester City'n goolii 3 fi 0 dhaan Cheelsii ...
12/04/2026

Walaloo ajaa'ibaa deeggaraan Manchester City,Kumarraa Jiidhaa nuuf erge❗️Manchester City'n goolii 3 fi 0 dhaan Cheelsii kan injifate yoo ta'u carraa waancaa Piriimarliigii kaasuuf Arsenal wajjin kokkee walqabee jira.Xumura irratti Walaloo kanaaf qabxii 10 keessaa meeqa kennituuf❓
==================================

Morkiin falma waancichaa
Lammiiwwan xiiqii geessee
Torban walitti fufaan
Injifannoo galmeesse

Har'as cuquliisota
Afaan beekuun dubbisee
Dirree isaatiin ala
Injifatee shubbise

Taaktikaaf tooftaa taphaan
Qabatamaadhaan caalee
Qabxii argachuu qabu
Har'as inuma dhaale

Gareen cuquliisotaa
irra aanuudhaaf-
Haalaan falmaa turani
Yoo mo'achuun ulfaates
Qabxii gachisiisuudhaaf
Qixa ba'uuf turani

Akkaaf haala taphichaa
Xiqqoo yoon saaqu galmee
Morkii salphaa hin turre
Cheelsiin jabaatee falme

Ta'us 'Chelsiin of cimsee
Falmee mo'uuf akeeka
Gaardiyoolaadhaaf dhiisna
Inni waan godhu beeka'

Jennee yoo itti seennu
Tapha boqonnaa boodaa
Malamalteen leenjisaa
Kan lammiiwwanii ooda

‘Maal wayya?’ osoo jennuu
Oreeliin keessa buuse
Cheelsiin maraatee yuuse

Bitaaf mirgaan kabalee
Gehiin galchii dabale

Cheelsii hin furre cookuun
Itti sadeesse Dookuun

Abjuun saaniis rarra'e
Akka yaadan hin taane
Qe'ee isaanii deemnee
Of kabachiisnee baane

Kaanis nu haa beekani
Hammam akka nu geenyu
Taphaan falmanna malee
Koornaa abdannee'n teenyu

Join godhaa 👉t.me/kushelectronicsshop

Kabaja Ayyaana du'aa ka'uu gooftaa Iyyasuus kiristoos Dilbata dhufu kabajamu ilaalchisee Gabaa  Ayyaana Magaalaa Adaamaa...
08/04/2026

Kabaja Ayyaana du'aa ka'uu gooftaa Iyyasuus kiristoos Dilbata dhufu kabajamu ilaalchisee Gabaa Ayyaana Magaalaa Adaamaa kutaa Magaalaa Bokkuu Shanan Aanaa Harooree.

👉t.me/T_ispoortii

Address

BOLE
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bohaartii Kuush posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share